LibreOffice 7.1 Help
Galmee keessa bakka wanta itti saaguu barbaaddu bani.
Galmee fakkasaa ykn maxxansaa kan wanta garagalchuu barbaaddu of keessaa qabu bani.
Ctrl gadi dhibuun yeroo muraasaf wanta cuqaasii turi.
Galme bakka wanta itti saaguu barbaaddutti harkisi.